Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. TPLF aangoo MM Abiy naaf kenne akka hin fudhanne naan jedhe -Jen. Taaddasaa Warradaa

  2. Israa'eliifi Libaanos waggaa 30 booda yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti wal arguun mariyatan

  3. 'Irbuun Shinnigaa' maali? Qabsoo Oromoo keessatti bakka akkamii qaba?

  4. Konkolaataan elektirikii Itoophiyaan ijarra buufatte carraafi rakkoo akkamii qaba?

  5. Waraanni Iraan yoo itti fufe kufaatii diinagdee addunyaa fida- IMF

  6. Qumaarri ugguraa haaraan, US, Iraan irratti eegalte ni hojjataa?

  7. Namni mana hundeessaa Open AI, Saam Altiman haleele yaalii ajjeechaan lamaan himatame

  8. Tiraamp suuraa Iyyeesus isaan fakkeessu dhoobaniifi falmii kaase maali?

  9. Abbaas Araagchii: Namni dippilomaasii Iraan harkaa qaban kun eenyudha?

  10. Maanguddoon Roobeetti 'booksiifi dhiitichoo' daboo irraa hafan amma maalirra jiru?

  11. Poop Liyoon 'sodaa Tiraamp hin qabu' jedhan

  12. Tiraamp Ulaa Hormuuz cufuuf doorsisuun yaaddoo balaa dabala malee rakkoo jiru hin furu

  13. Atileet Misgaanaa Waaqumaa Itoophiyaarra darbee Afrikaaf seenaa haaraa hojjete

  14. Biyyoota addunyaa jaha kuufama boba'aa guddaa qaban kam fa'i?

  15. Pireezidantiin Jibuutii sagalee uummataa %97'n marsaa jahaaf filannoo mo'atan

  16. Ulaawwaan galaanaa akkuma Hormuuz addunyaaf murteessoo ta'an 5 kanneen beektuu?

  17. Iraan akkamiin waraana isheerratti banameef deebii kennuuf Ulaa Hormuuz gargaaramte?

  18. Dhimmoota shan marii US fi Iraan irratti qormaata ta'uu danda'an