'Obboleessi koo yeroo lubbuun jiru kaayyoo isaa waan tureefan mana-kitaabaa kana ijaare'

Ibsa waa'ee viidiyoo, Obbo Taammiruu Bultoo yaadannoo obbooleessa isaanii bara 2009tti Irreecharratti du'eef mana-kitaabaa Bishooftuutti ijaaran
Maxxanfame