Angar Guuteetti maaltu ta'e?
Angar Guuteetti maaltu ta'e?
Maxxanfame
Wallagga Bahaa Angar Guuteetti tibbana namoonni 'hedduu' Faannoon ajjeefamuu jiraattonni himan.
Keessumaa kanneen du'an humnoota nageenya mootummaa akka ta'an dubbatu.
Tarkaanfii mootummaan fudhataa jiru humna hidhattoota Faannoo kan madaalu mitis jedhan.
Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorratti daawwadhaa!



