Haramaayaa deebi'ee giddugala turizimii, daldalaa fi bashannanaa ta'aa jiru
Haramaayaa deebi'ee giddugala turizimii, daldalaa fi bashannanaa ta'aa jiru
Maxxanfame
Haroon Haramaayaa waggoota 17’tti dhihaatuuf erga gogee booda waggoota muraasa dura bakka duraanitti deebi’e.
Goguu isaatiin hawaasi rakkoo guddaa himataa ture.
Bakka duriitti erga deebi’ee booda magaalota dhihoorraa dhufuun hara kana kan daawwatan dabalaa jiru.
Kanaanis, warri yabala oofan namoota daawwachiisu. Daldaltoonnimmoo daawwattoota kanaaf nyaata dhiheessuuun galii argataa jiru.






