Waa'ee UFO maaltu bahe?
Waa'ee UFO maaltu bahe?
Maxxanfame
Wantoota maalummaan isaanii adda hin baaneefi samii keessa deeman kan UFO jedhaman ilaalchisee viidiyoon amma dura mula'atee hin beekne ifa godhame.
Wantootni maalummaan isaanii iccitii ta'e kun Baha Gidduugalaatti manneen jireenyaa namootaa fa'arra osoo balali'anii mul'ateera.



