Ogeettii fayyaa miidhaan qaamaa hawwiishee galmaan gahuu hindanqine
Ogeettii fayyaa miidhaan qaamaa hawwiishee galmaan gahuu hindanqine
Maxxanfame
Dr. Iddilaawit Ababaaw shamarree qaxalee hawaasa Hospitaala Waliigalaa Ispeeshaalaayizdii Hiwoot Faanaa Yunivarsitii Haramayaatti beekamtii guddaa qabdudha.
Miidhama harkaan osoo hin daangeffamiin hawaasashee tajaajilti. Iccitiin sadarkaa kana gahuu cichooma ta'u himti.
“Harkikoo uumamaan miidhame. Akkuma kanattin dhaladhe” kan jettu Dr Iddilaawwit, hakiima ta'uf bu'aa bahii hedduu dabarsuu dubbatti.






