Fayyaa fi miidhagina: Wal'aansa bareedinaa Masriitti namoota gahuumsa hin qabneen kennamu
Maxxanfame
Qorannoon BBC Masriitti namoota gahuumsa hin qabne garuu wal'aansa miidhaginaa balaa guddaa qabu kennan saaxile.
Gaazexeessitoonni BBC guyyaa sadi keessatti hayyama wal'aansa kennuuf isaan dandeessisu argataniiru.