Voloodimiir Zeleniiskii: 'Maariyupool keessatti namni meeqa akka ajjefamu namuu hin beeku'

Ibsa waa'ee viidiyoo, Voloodimiir Zeleniiskii: 'Maariyupool keessatti namni meeqa akka ajjefamu namuu hin beeku'
Maxxanfame

Pireezidantiin Yuukireen Voloodimiir Zeleniskin biyyootni Lixaa osoo hin barfatiin meeshaa waraanaa Yuukireeniif gumaachuu akka qaban BBCtti himan.

Magaalaa buufata doonii Maariyupool keessatti namootni meeqa akka ajjeefaman namuu hin beeku jedhan.