Dargaggoo maashina warqee dhiqufii dhimbiibu hojjete

Maxxanfame

Dargaggoo Biqilaa Yohaannis maashina albuuda warqee baasuf tajaajilu hojjeten miidiyaalee hawaasummaarratti dinqisiifannaa argateera.