Dargaggoo maashina warqee dhiqufii dhimbiibu hojjete

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dargaggoo maashina warqee calalu kalaqe
Maxxanfame

Dargaggoo Biqilaa Yohaannis maashina albuuda warqee baasuf tajaajilu hojjeten miidiyaalee hawaasummaarratti dinqisiifannaa argateera.