Dukkana qe'ee baadiyyaa ibsuuf jenereetara Ahimad Mohaammad biyya keessatti kalaqaa jiru

Ibsa waa'ee viidiyoo, Ahimad Mohaammad dargaggoo ibsaa baadiyaan gahuuf carraaqaa jiru
Maxxanfame

Ahimad Mohaammad Adam Dirree Dhawaatti dhalatee kan guddate yoo ta'u, ijoolluummaa irraa kaasee hojii kalaqaatiin hawwatamuu hima.

Amma garuu pirojektii jiruu hawaasa baadiyaa foyyeessa jedhe, jenereetara hojjechaa jiru.

Daawwadhaa.