Jaarsaa fi jaartii ganna 91 bultiin jiraatan, ammallee jaalala waliif qaban
Maxxanfame
Umurii isaanii ganna 10 fi 12tti bultii ijaarratanii waggoota 91 dabraniif jaalalaan waliin jiraataniiru. Tarii gaa'ela addunyaa keenyaa isa dheeraa ta'uu malaa?