Waggaa haaraa Chaayinaa har'a kabajamuufi seenaa duuba isaa jiru

Ibsa waa'ee viidiyoo, Waggaa haaraa Chaayinaa har'a kabajamuuf himtee duubasaa jiru
Maxxanfame

Chaayinaan waggaa haaraa ishee har'a kabajatti. Barri haaraa hundis waan itti fakkeeffamu qaba. Kan baranaas ofitti amanamummaafi dorgomaa ta'uu kan bakka bu'u qeerransaan fakkeeffama jedhan. Mee viidiyoo kana daawwadhaa.