Warra dooniirra hojjetaniif jireenyi guyyuufi gaafa ayyaanaa maal fakkaata?
Maxxanfame
Dooniirra hojjechuu hojii kan biraarraa maaltu adda godha? Ayyaana waggaa akkamiin kabajatu?
Hogganaa kutaa motora doonii tokkoo kan ta'e dargaggoo Muler Weest amalli hojii kanaa maal akka ta'e ibsa.