Jeettii waraanaa Supparsoniik irraa Kooriyaa Kaabaa yeroo daawwatan maal fakkaatti?
Maxxanfame
Gaazexeessituun BBC Se’ul jirtu Laawuraa Beekar biyyattiin humna waraanaan of ijaaruuf sochii isheen taasisaa jirtuufi daangaa qilleensaa Kooriyaa Kaabaa jettii gubbaa bahuun daawwatteetti.
Isa dura garuu yaalii harkisaa lafaa (g- force) rakkisaa ta'e keessa dabarte.
