Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Robotaxi: Taaksiin shufeer-maleeyyii magaalaa guddoo Chaayinaatti hojii jalqaban
Maxxanfame
Anga'oonni Beejing taaksiiwwan shufeera malee deeman, tajaajila geejibaa akka kennaniif, yeroo jalqabaaf heeyyama laatan.
Taaksiiwwan kunniin ammaaf kutaa magaalattii gama kibbaan daangaa iskuweeer kiloomeetirii 60 keessa qofa tajaajila kan kennan oggaa tahu, gara fuulduraatti iddoowwan biraattis babal'isuuf karoora qabataniiru.