Dubartii Finfinneetti horsiisa loonii fi hojii harkaa jiruu godhatte- Qiddisti

Ibsa waa'ee viidiyoo, Harmee qonna magaalaafi hojii ogummaa harkaa hojjataa jiru- Qiddisti
Maxxanfame

Aaddee Qiddisti Abarraa keessattu hojii oggumaa hojjataa jirtu cimsuun namoota kaaniif carraa galii umuuf karoora qabdi.