Daa'ima Afgaan maatii beela'aniin doolaara 500tti gurguramte
Maxxanfame
Taalibaan aangoo Afgaanistaan dhuunfachuu hordofee rakkoon namoomaa biyyattii keessa jiru daran hammaateera.
Daa'imman miliyoona tokko ta'an sodaa du'aaf saaxilamanii jiru.
Maatiin gariin ofii fi ijoollee isaanii kaan du'a oolchuuf daa'imman isaanii gurguraa jiru.