'Afaan beekumsa haaraa argachuuf furtuudha' - Dubartii Chaayinaa Afaan Amaaraa barsiistu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dubartii Chaayinaa Beejingitti Afaan Amaaraa barsiistu
Maxxanfame

Tsaday lammii Chaayinaa yoo taatu ammaan tana biyya Chaayinaatti lammiilee biyyashee 12 Afaan Amaaraa barsiisaa jirti. Waan ishee kanaaf kakaaseefi kan biraalleen akkasiin dubbatti.