'Kaayyoon kiyya konkoolaataa omishuun gabaa alatiifilleen dhiyyeessuudha'

Ibsa waa'ee viidiyoo, Kaayyoon kiyya konkoolaataa omishuun gabaa alatiifilleen dhiyyeessuudha
Maxxanfame

Yunvarsiitii Finfinneetti barataa mummee barnoota Saayinsii Kompitaraa waggaa lammaffaa kan ta'e dargaggoo Shihaab Sileeymaan konkolaataa gommaa afur qabdu hojjetee tibbana iftoomseera.