'Jaarmiyaan keenya dhiibbaa mootummaarraa guutummaa guututti bilisadha’ - Dr Daani’el Baqqalaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, ‘Jaarmiyaan keenya dhiibbaa mootummaarraa guutummaatti bilisadha’ - Dr Daani’el Baqqalaa
Maxxanfame

Komishinarri Olaanaa Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa Dr Daani'el Baqqalaa jaarmiyaan isaan hoogganan akka dhiibbaa kamirraayyuu bilisa ta'u akka haaraatti hundeeffamu himan.

Turtii BBC waliin taasisaniin dhimmoota garaa garaa irratti gaaffii dhihaateef deebii kennaniiru.

Qopheessaa: Ammayyuu Ittaanaa

Viidiyoo kan qindeesse: Yaadataa Birhaanuu