Waraana Tigraay: 'Bakka ilmikoo itti ajjeefame argurra jedheen bataskaana dhaquu dhaabe'

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Bakka ilmikoo itti ajjeefame argurra jechaan bataskaana dhaquu dhaabe'
Maxxanfame

Waraana naannoo Tigraay keessaatti gaggeeffameen namoota maatiin jalaa du'an keessaa maanguddoon kun akkasiin BBCtti hima.