'Ummanni kun miira inni keessa jiru waaniin beekuuf sagalee isaa yoo dhagahu ni boqota,'- haadha warraa Artis Haacaaluu
Ibsa waa'ee viidiyoo, "Ummanni kun miira inni keessa jiru waaniin beekuuf sagalee isaa yoo dhagahu ni boqota," jette haatiwarraa Artis Haacaaluu waa'ee albama isaa haaraa yeroo ibsitu Maxxanfame