'Haqni intala kiyyaa osoo hin argamin waggaa tokko guute' - Abbaa Haymaanot
Maxxanfame
Yunvarsiitii Finfinnee Xuqur Ambassaatti barattuu digrii lammaffaa kan turte Hayimaanot Badhaadhaa, Caamsaa 17, A L I bara 2012 erga mooraa Yunvarsiitichaa keessatti ajjeefamtee waggaa tokko guuteera.
Abbaan ishee Obbo Badhaadhaa Fayyisaa, rakkoo waggaa tokko kana keessa darban irratti BBC'tti dubbataniiru.