Keeniyaatti namoonni maaliif billaacha horsiisu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Keeniyaatti namoonni maaliif billaacha horsiisu?
Maxxanfame

Keeniyaatti dubartoonni naannoo qarqara galaanaa jiraatan, billaacha horsiisuun galii gaarii argachaa jiru.

Akkamiin horsiisu? Eenyufaatu irraa bita?