'Hojii sirboota 'mashup' kanan eegale inaaffaan ka'eeni' - artsit Hawwii Tamaam
Maxxanfame
''Sirboota durii namoonni irraanfatan, sana deebi'ee 'mashup' godheen yaadachiisa'' kan jettu Hawwii Tamaam, Iioollummaa isheerraa jaalala sirbaa akka horatte dubbatti.
Turtii BBC waliin taasisteen waa'ee gosa muuziqaa 'mashup' fi kaanirratti dubbatti. Dhiyaadhaa
Viidiyoon: Bizuwarq Olaanaa fi Yaadataa Birhaanuu


