'Galiin taaksiin argadhu irra gammachuun namoota kanneen gargaaruun argadhutu naaf caala' jedha Salamoon.

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Hanga har'aatti qaama namoota 150 olii dhiqeera'
Maxxanfame

Konkolaachisaa taaksii laadaa namoota dhukkubsataniifi daandiira jiraatan uffata barbaachuufi qaama isaanii dhiquun gargaaru.