'Namni yoo dubbii Waaqaa afaan ofiitiin dhagahe dubbiin onnee keessa galti'

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Namni yoo Afaan Ofiitiin dhagahe dubbiin onnee galti'
Maxxanfame

Maanguddoo Kitaaba Qulqulluu Afaan Ingilizii irraa Afaan Oromoo Boranaatti hiikan maaltu akka isaan kakaase BBCtti himan.