Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Caaltuu Daani'el: Shamarreen leenjii hoggansaaf filatamtee Niiw Yoork jirtu ‘abjuu baayyeen qaba’ jetti
Maxxanfame
Sagantaa leenjii hoggantummaa Mootummootni Gamtoomanii qopheessuun Itoophiyaarraa filamtee Niiw Yoork kan jirtu shamarree Caaltuu Daani'eel ''sababa jijjiiramaa tahuu fedha,'' jetti.