Isheen Eenyu? 5: Hoggantuun Microsoft Afrikaa Bahaa Amrootee Abdallaa

Maxxanfame

Amrootee Abdallaan gama teekinolojiitiin Afrikaa gara guddinaatti ceesisuu barabaaddi.