Warra kaan baraaruuf jecha fedhiisaaniin Covid-19n qabamuuf namoota qophaa'an

Maxxanfame

Isin lubbuu namoota biraa oolchuuf hangam haarsaa kaffaluuf yaaddu? Namoonni kunneen garuu lubbuu ummata addunyaa oolchuuf jecha fedhiin yaaliin talaallii Covid-19 irratti akka gaggeefamu gaafataa jiru.