Warra kaan baraaruuf jecha fedhiisaaniin Covid-19n qabamuuf namoota qophaa'an

Ibsa waa'ee viidiyoo, Namoota warra kaan baraaruuf fedhiisaaniin Covid-19 qabamuuf qophaa'an
Maxxanfame

Isin lubbuu namoota biraa oolchuuf hangam haarsaa kaffaluuf yaaddu? Namoonni kunneen garuu lubbuu ummata addunyaa oolchuuf jecha fedhiin yaaliin talaallii Covid-19 irratti akka gaggeefamu gaafataa jiru.