Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Kabaja Irreecha 2020 Hora Har-Sadee suuraadhaan
Maxxanfame
Irreechi 2020 kaleessaa magaaaa Finfinneetti kabajamee harra ammoo Magaalaa Bishooftuutti haala ho'aadhaa kabajameera. Hirmaattoota sirnichaa suuraadhaa kunooti.