Irreecha Hora Finfinneerratti namooni hirmaatan maal jedhu?

Maxxanfame

Irreechi baranaa(2020) namoota muraasaan kabajameera.

Namoonni har'a Irreecha Hora Finfinneerratti hirmaatan miira wal-makaa qabu.

Kaansaanii lakkoofsi namaa daangeffamee namni muraasni argamuutti ni gaddu. Kaan ammoo koronaavaayirasii ofirraa ittisuuf tarkaanfii fudhatameedha jechuun gammadu.

Yaada namoota kunneen akkanaan qindeessineerra.