Yaasiin Jumaa: 'Jijjiiramni dhufeera jedheen waggaa 10 booda gabaasuuf Itoophiyaa deemeen hidhame'

Ibsa waa'ee viidiyoo, "Jijjiiramni dhufeera jedheen waggaa 10 booda gabaasuuf Itoophiyaa deemeen hidhaa bu'e"
Maxxanfame

"Jijjiiramni dhufeera jedheen waggaa 10 booda gabaasuuf Itoophiyaa deemeen hidhaa bu'e,'' jedha gaazexeessaan lammii Keeniyaa Yaasiin Jumaa, kan dhiyeenya mana hidhaa Itoophiyaa keessaa gadilakkifame. Turtii addaa BBC waliin taasiseera. Viidiyoon Yaadataa Birhaanuu