Koronaavaayirasii: "Nan fayya moo nan du'a jedhee shakkii keessa galeen ture"
Maxxanfame
Ogeeyyiin fayyaa kanneen koronaavaayirasiin saaxilamuuf carraa bal'aa qaban keessaa warra duraati. Dr Faasikaa Amdasillaasee vaayirasichaan qabamanii fayyan. Nan fayya moo nan du'a jedhee shakkii keessa galeen ture jedhu.

