Koroonaavaayiras: Maanguddoon 'ganna 114' Covid-19 irraa bayyanatan maal jedhu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Yeroo Minilik mucaa ganna shaniin ture'
Maxxanfame

Jalqabarra qufaan isan qabuun buufata fayyaa naannoo isaniitti argamuutti wallaanamaa kan turan maanguddoon 100n oli kun, boodarra wayita saamudni fudhatamee qoratamuutti Covid-19'n qabamunsaanii kan barame.