ETn gaaga'ama Covid-19 akkamiin dandamataa jira?

Ibsa waa'ee viidiyoo, ETn gaaga'ama Covid-19 akkamiin dandamataa jira?
Maxxanfame

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaaroota imaltootaa harka 90 ta'u hojiirraa dhaabee jira. Ta'us Daandilee Qilleensaa gurguddoo Addunyaa kanaa mudate isa hin mudanne. Kuni akkamiin ta'e?

Obbo Tawaldee Gambramaariyaam, Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Daandii Qilleensa Itoophiyaa ni ibsu.