Koronaavaayirasii: Kopheen ykn huccuun keenya Covid-19 nu qabsiisaa?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Kopheen ykn huccuun keenya koronaa nu qabsiisaa?
Maxxanfame

Wayita ala oollee gara manaa gallu, kopheen ykn huccuun keenya koronaavaayirasii nu qabsiisuu malaa?