Koroonaavaayiras: Hurka bishaan danfaa ulachuun Covid-19 irraa nu fayyisaa?
Maxxanfame
Tibbana Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Maagufuliin, hurka bishaan danfaa ulachuun yookaan qayyachuun Koroonaavaayiras ni fayyisa jedhanii turan. Kun hangam dhugaadha?