Koronaavaayiras: naannoo keessaniitti fageenya eeggachuuf maal fakkaata?
Maxxanfame
Magaala Adaamaa namni waggaa tokko dura dhufee beeku tibba kana osoo deebi'ee dhufee sochii uummataa irratti jijjiirama jiru hubachuuf guddaa isa/ishee rakkisa.
Fageenya eeggachuufi yaaddoon Covid-19 naannoo keessaniitti maal fakkaata? Kan magaalaa Adaamaa kana fakkaata.