Covid-19 daqiiqaa tokkotti - yoo maaskii godhatan, walirraa hiiquun dirqamaa?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Maaskii uffachuufi fageenya eeggachuu
Maxxanfame

Covid-19n akka hinqabamneef maaskii godhachuufi wal irraa faggaachuun murteessaadha jedhaman wantoota gorfaman keessaayi. Mee viidiyoo kan dowwadhaa.