Koroonaavaayiras: Ekuwaador namoota du'an awwaaluuf rakkachaa jirti

Ibsa waa'ee viidiyoo, Koroonaavaayiras: Ekuwaador namoota du'an awwaaluuf rakkachaa jirti
Maxxanfame

**HUBACHIISA! VIIDIYOON KUN MIIRA ISIN JEEQUU MALA**Oduun Ekuwaadoritti reeffi namootaa daandii gubbaatti namni kaasu dhabamee agarsiisu erga addunyaatti as bahee torban tokko booda, namoonni ammallee maatii jalaa du'e awwaaluuf dabaree eeggatu.