Dargaggoo geemii ijoollee haala salphaan kompiitara ittiin barsiisan kalaqe

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dargaggoo aappii geemii ijoolleen itti taphatan kalaqe
Maxxanfame

''Hundeessitoonni Facebook fi Google ijoollummaa isaanitti beekumsa kompiitaraa bu'uuraa waan argataniif asirra gahan''

Kanaaf biyya keenyattis ijoolleen daa'imummaarra qabee barnoota kompiitaraa haala salphaa taheen akka argataniif appii geemii kanaa kalaqe.