Dargaggeessa ofiin hojii ummate

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dargaggeessa ofiin hojii ummate
Maxxanfame

Dargagoo Berhaanee Gebramaariyaam naannoo Amaaraatii erga buqqaafameen booda, Tigraayitti galuun mana ciree hojjachuun jireenya isaa gaggeefataa jira.