Waldhabdeen Iraanifi Ameerikaa akkamiin as ga'e?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Waldhabdeen Iraanifi Ameerikaa akkamiin as ga'e?
Maxxanfame

Waldhabdeen Iraanifi Ameerikaa akkamiin as ga'e? Ka'umsi waldhabdee kanaawoo maali?

Kora fonqolchaa hanga waldhabdee nukileeraatti.