'Daa'imnikoo ganna 7 qofaasaa daangaa akka ce'uufan ergeeni'
Maxxanfame
Maatii hedduun seera haaraa koolu galtoota irratti ba'e jalaa ba'uuf, daa'imman isaani qofaa daangaa ce'anii akka Ameerikaa galaniif ergaa jiru.