Baqattoonni maallaqa biyya isaaniitti ergan saamamaa jiru jedhame
Maxxanfame
Baqattoonni biyyaa ormaatti hojjatanii qarshii biyya ofiitti ergu. Garuu maallaqaa ergan keessa qarshiin dhaaboota erganiin jala fudhatamu guddaadha. Gatiin kaffaltii maallaqa erguu garuu maaliif akkas ol ka'ee?
