'Maa'ikalaawii' - eelaa yoomuu hin fayyine
Maxxanfame
Manni hidhaa namoonni keessatti dararamaa turan 'Maa'ikalaawii' jedhamee beekamu guyyoota afuriif daawwannaaf banaa ta'ee ture.
Mana hidhaa kanatti hidhamee kan ture Dhaaba Tufaa akkasiin yaadata.