Biyyaa ormaatti maatiin da'imman akkamiin Afaan Oromoo barsiisu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Biyyaa ormaatti maatiin da'imman akkamiin Afaan Oromoo barsiisu?
Maxxanfame

Afaan barachuun guddina daa'immani keessatti dhimma murteessaa dha. Of-ibsuuf, namoota waliin hariiroo uumuufi eenyummaa isaanii hubachuuf isaan gargaara.

Oromoota biyyoota hambaa keessa jiraachaa maatii horatan keessa tokko tokko akkataa isaan ittiin daa'imman isaanii Afaan Oromoo barsiisani gaafannee jirra.